
Gooftaa ilaalii isatti jiraadhu Isa qofaa ificha dhugaatuu
ReageHipHopGuitarDrumsSaxophone
-Biyyi lafaa har'a babbareede
-Fakkaataso waanta mimmiidhagu
-Yeroodhumaaf sitti fayyadamee
-Si balleessuuf duubatti hin deebi'u
Gooftaa ilaalii isatti jiraadhu
Isa qofaa ificha dhugaatuu
Siif ta'aso falmaaf birmataakee
Isaaf kenni guutummaa barakee x2
. 1
-Har'a argamee waan bor baduuf jettee
-Kaayyoookee isa dagattee itti dhiiste
-Mee yaadadhu itti gaafatamtaa
-Imaanaasa akkamiin dagattaa
Yerusaalem galma qulqulloota
Isa ta'e abdii amantootaa
Har'a yaaduun waa'ee isaa duwwaa
Gowwummaa fakkaatus yaa namaa
Xumurri isaa ni miidhagaa dhugumaa
2
-Gooftaan yesuus guyyaa tokko ni dhufaa
-Calaluudhaaf jireenya ilmaan namaa
-Tottolfadhu deemsakee isa kufaa
-Jiraachuudhaaf jireenya itti fufaa
Obboleessaa dhaga'ii x2
Obboleettii dhaga'ii x2
Karaan dhugaan jireenyi yesuus
keessaa
Biyyi lafaa sobaan wal fakkeessa
