Kan si qabu qaba jireenya bara baraa Yerusaalemisoo keenya mana keenya galgalaa×2
Kan si qabu qaba jireenya bara baraa Yerusaalemisoo keenya mana keenya galgalaa×2
DiscorockManGuitarDrums
-Kan si qabu qaba jireenya bara baraa Yerusaalemisoo keenya mana keenya
                       galgalaa×2

-Du'aatu du'a ka'amii jecha kee yoo dhaga'uu
-Dadhabaatu humna argataa maqaakee yoo waammatuu
-Jaalalli keesoo addaamii jaalala namaarra
-Gaariif guddaan akkakee eessumatti argamaa
- jaalala keen na mo'ee kanaafan si faarfadhaamii 
-namni jedheefis miti naaf galeetan farfadhaa×2

-Guddummaaf Gooftummaa keeni addunyaatti Beeksisaa
-Caal jechuu hin dandaa'u holmaakee nan odeessaa
-Si qabaadheen jiraadhe malee silaa yoona badeera, 
-Kan na balleessuuf turanii qaanessitee anaan jiraachisteettaa×2