Gooftaa ilaalii isatti jiraadhu      Isa qofaa ificha dhugaatuu
Gooftaa ilaalii isatti jiraadhu Isa qofaa ificha dhugaatuu
ReageHipHopGuitarDrumsSaxophone
-Biyyi lafaa har'a babbareede
-Fakkaataso waanta mimmiidhagu
-Yeroodhumaaf sitti fayyadamee
-Si balleessuuf duubatti hin deebi'u
    Gooftaa ilaalii isatti jiraadhu 
    Isa qofaa ificha dhugaatuu
    Siif ta'aso falmaaf birmataakee
    Isaaf kenni guutummaa barakee x2
                .   1
-Har'a argamee waan bor baduuf jettee
-Kaayyoookee isa dagattee itti dhiiste
-Mee yaadadhu itti gaafatamtaa
-Imaanaasa akkamiin  dagattaa
    Yerusaalem galma qulqulloota 
     Isa ta'e abdii amantootaa
     Har'a yaaduun waa'ee isaa duwwaa
    Gowwummaa fakkaatus yaa namaa
  Xumurri isaa ni miidhagaa dhugumaa
                      2
-Gooftaan yesuus guyyaa tokko ni dhufaa
-Calaluudhaaf jireenya ilmaan namaa
-Tottolfadhu deemsakee isa kufaa
-Jiraachuudhaaf jireenya itti fufaa
    Obboleessaa dhaga'ii x2
    Obboleettii     dhaga'ii x2
     Karaan dhugaan jireenyi yesuus
     keessaa
     Biyyi lafaa sobaan wal fakkeessa